Home » Barruulee » waa’ee araaxaa ilaalchisee seerri mal jeedhaa.

waa’ee araaxaa ilaalchisee seerri mal jeedhaa.

Waa’ee araaxaa ilaalchisee seerrii yakkaa biyya kenyaa mal jedhaa ijoo jeedhun Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa ttii abbaa alanhaa aanaa cooraa botor kan ta’an obboo mulugeetaadhaan qophaa’ee midiyaa mana hojii kenyaa irrattii videodhaan akkasuma website www.mhaagj.org irrattii barrui pdf fi videodhaan, fm toora interneetii kan mana hojichaa irrattii (📻 Anchor.fm/fm_mhaagodinajimmaa ) tamsaasa sagaleen isinif gadilakkifamee jiraa dhaggeffadhaa bohaartiidhaan beekkumsa seeraa kessan dagaagfadhaa. Linki armaan gadii tuquun barumsa gaarii argattuu. Sunscribe gochuun yoo barumsichii fii haalli iitti dhihaatee isiniittii toolee jaalattan 👍like yoo jibbitan 👎dislike waan foyyeffachuu qabnuu fii yaada qabaattaan kommentidhaan nuuf ibsaa.
https://youtu.be/Ni2mfFvTZok

Walin taanee haawaasa kenya kallattii hundanauu qaromsuun haa tajaajjilluu jedhaa Garee Komnikeeshinii Mana Hojii Abbaa Alnagaa Godina Jimmaa.
With Sisay Edesa MMurtii Ol’aanaa Godina Jimmaa Flex Et Yomif Lemessa Hussen Ibrahim Yousuf

hubannoo

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *