Home » Barruulee » Labsilee MNO bara 2001

Labsilee MNO bara 2001

https://waagj.files.wordpress.com/2021/03/galmiikenya-1-1.m4a
MHAAGJ
LOoG AAWO
  • Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa.
    yaad rimee Malaamaltummaa.
  • Oromia Regional State Constitution PDF
    Heera Mootummaa Naannoo Oromiyaa, pdf kan bakka bu’oota uummata Naan nichaatiin irratti mari’atamee, Waxabajjii 14 bara 1987 yeroo jalqabaatiif ragga’eefi hanga ammaa hojiirra ture, bal’inaan ilaaluudhaan qooddii aangoofi itti gaafatama qaamota Mootummaa Naannichaa ifaan tumuufi akkaataa tajaajila si’oomaan kennuu danda’uusaanii agarsiisuun sirreessuud haan Heericha fooyyessuun barbaachisaa ta’ee Oromia regional state constitution pdf
  • Hubannoo Seeraa h.docx
    https://wp.me/pcyZ3k-17
  • Barruu Hubannoo Seeraa.
    Seeadmina yakkaa. Goodaansa Seeraan Alaa Yakka Da’immanifi Dubartoota irrattii raawwataman irrattii qo’annaan qophaahee. Barruu kana kan Qophessee. Abbaa alangaa Hasen Muhamedhusen Hasen. Boqonnaa Tokkoo Seensa Kaayyoofi Galma Barruu kanaa. 1.1. SeensaAkkuma beekkamuu hundeen ijaarsa biyyaas ta’e ijaarsa motumma biyya tokkoo ittiin bulmaata seera biyya saniti. Kana jechunis biyya tokkoo kessattii waan hundaa ol kan kabajamuu seera biyyatti sanitii. Kunis olantummaa seeraa jedhamuun kan bekkamudhaa. Dhimma kana irrattii falasafonni seeraas heddun ilaalcha wal fakkaataa ta’e kahuu. … Read more
  • Beeksisa qacarri Abbaa Alangaa Waligalaa Oromiyaa Baasee.
    Beeksisa Qacarrii Abbootii Alangaa Aanaatif. Manni Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa oromiyaa Hanqina Humna namaa jiru furuuf jecha Abbootii Alangaa sababa garagaraatiin hojii isaanii gadi lakkisan fi Ogeessota seeraa biroo ulaagaa armaan gadiitti ibsame kana guutan dorgomsiisuudhaan Qacaree Abbaa Alangaa Aanaa taasisiudhaan Iddoo duwwaa Godinaalee Baalee,Baalee bahaa,Boorana,Gujii,Gujii lixaa,Harargee Bahaa,Harargee lixaa,Iluu Abbaa booraa,Jimmaa,Qellem wallaggaa,Buunnoo Beddelleetti Qabu irratti ramadee hojisiisuu barbaada waan ta’eef namoonni kana dura Mana hojichaati Abbaa Alangaa turtanii fi ogeessa seeraa biroo ulaagaa kana gadii … Read more
  • FDRE Criminal code 1996.pdf
    It is nearly half a century since the 1957 Penal Code entered into operation. During this period, radical political, economic and social changes have taken place in Ethiopia. Among the major changes arethe recognition by the Constitution and international agreements ratified by Ethiopia of the equality between religions, nations, nationalities and peoples, the democratic rights and freedoms ofcitizens and residents, human….
  • Barruu ”Qo’annoo Sakatta’a Hubannoo Ilaalchaafii Gooochaa Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa.” pdf
    Qo’annaan kuni garee qo’annaa komishini naamusa fi farra malaammaltummaa oromiyaa fi yuniversity sayinsif teknoloji adamaatin kan godhamedhaa. Manni Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa ammoo website ofi irrattii maxxansee jira. Yaada CuunfaaQorannoon kun Yunivarsitii Saayinsiifi Teeknoloojii Adaamaafi Koomishiniin Naamusaafi FarraaMalaammaltummaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa waliin ta’uun kan adeemsifame yoo ta’ukaayyon isaas hubannoo, ilaalchaafi gocha malaammaltummaa naannicha keessa jiru sakatta’uudha.Kunis ragaalee qabatamaafi wayitaawaa sakatta’a kanaan argamu irratti hundaa’uun tarsiimoowwanbu’a qabeessa qabsoo farra malaammaltummaa cimsuuf gargaaran bocuufi hojiirra oolchuuf … Read more
  • Qajeeltoofii Labsii Sirna Seer Add fi ragaa .doc
  • Mana Hoji AA Godina Jimmaa.
    Seera MFDRI labsii goodaansa seerana alaa ittisuf bahee pdfdhaan isinif maxxansinee jirraatii bufadhaa dubbisaa.⚖️ Mana hoji AA Godina Jimmaa web kenya subscribe godhaa
  • Qajelfama Addabbii yakkota qajeelfama hin baaneef.
    Sensa Adabbiin Tarkaanfii seeraa namootaa gochaa yakkaa jedhamee seera yakkaakeessa jiru raawwatan irratti fudhatamuu dha(murtaa’u dha). Adabbiin kanmurtaa’uu sababiin yakkii wal fakkataan gara fuulduraa akka hin raawwatamneittisuuf namn9 yakka raawwate jedhamee sunis amala isaa akka sirreeffatuu fi dha.Murtiin adabbii yeroo baay’ee adabbichi akka malee baay’ateera yknxinnaateerajedhamee qeequuf kan saaxilame dha. yeroo baay’ee yaadni ykn qeeqniakkanaa kan ka’u adabbii sirri ta’e kennuu dhabuu ykn sababaa gahaa maleeyakkamtootaa yakka wal-fakkaatuu raawwatan adabbii wal-fakkataa argachuuqaban jidduutti murtiin adabbii … Read more
  • Qajelfama Addabbii yakkota qajeelfama hin baaneef.
  • በፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት የወንጀል ቅጣት አወሳሰን መመሪያ ደንብ ቀ
    የወንጀል ቅጣት አወሳሰን መመሪያ ቁጥር— ፌዴራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት መግቢያ የወንጀል ሕግ አላማ ለጠቅላላው ጥቅም ሲባል የአገሪቱን መንግስት፣ የህዝቦቹን፣ የነዋሪዎቹን፣ ሰላም፣ ደህንነት፣ ስርአት፣ መብትና ጥቅም መጠበቅና ማረጋገጥ ነው፡፡ የወንጀል ሕጉ ከዚህ በላይ የተመለከተውን አላማ ለማሳካት ዋና ግቡም ወንጀል እንዳይፈጸም መከላከል ሲሆን፣ ይህንንም የሚያሳካው ለህብረተሰቡ ሰላምና ደህንነት አደጋ የሆኑ የወንጀል ተግባራትን እና እነዚህን መፈጸም የሚያስከትለውን ቅጣት ሰዎች አውቀው ከወዲሁ ከህገወጥ ተግባር እንዲቆጠቡ ማስተማርና ማሳወቅ ሲሆን፣ ይህ ሳይሳካ ቀርቶ ጥፋት አድራጊዎች ሲኖሩ እነዚህን ተገቢውን ቅጣታቸውን እንዲያገኙ በማድረግ … Read more
  • Mana Hoji AA Godina Jimmaatti galmee SDFY 42 cufamee.
    Kabajamtoota Abbootii Alangaa Godina Keenyaa akkam jirtu? Kaayyoowwanii fii barbaachisummaawwan website mana hojii abbaa alangaa godina jimmaatif kana banuun barbaachiseef keessaa kan ijoo midiyaa hawaasummaas ta’e marsariitii website kana akka madda odeeffannoo abbootii alangaa godina keenyaatti fayyadamuun muuxannoof muudannoo hojii waljijjiruu,dhimma seeraa fii hojimaataa irratti walfalmuun walirrraa hubachuu fii wal hubachiiisuu akkasumas miira gareen hojjechuu abbootii alangaa godina keenyaa giddutti cimsuudha.Haaluma kanaan nutis akka abbaa alangaa godinaatti Abbootii alangaa Aanaalee keenyaaf madda muuxannoo ta’uu mala … Read more
  • Mana Hoji AA Godina Jimaattii Galmee SDFY keewwata 42 cufame.
    Waajjira Polisii Magaala Jimmaatif. Kabajamtoota Abbootii Alangaa Godina Keenyaa akkam jirtu? Kaayyoowwanii fii barbaachisummaawwan website mana hojii abbaa alangaa godina jimmaatif kana banuun barbaachiseef keessaa kan ijoo midiyaa hawaasummaas ta’e marsariitii website kana akka madda odeeffannoo abbootii alangaa godina keenyaatti fayyadamuun muuxannoof muudannoo hojii waljijjiruu,dhimma seeraa fii hojimaataa irratti walfalmuun walirrraa hubachuu fii wal hubachiiisuu akkasumas miira gareen hojjechuu abbootii alangaa godina keenyaa giddutti cimsuudha.Haaluma kanaan nutis akka abbaa alangaa godinaatti Abbootii alangaa Aanaalee keenyaaf … Read more
  • Beeksisa.
    Kabajamtoota.. 1.Abbotii alangaa Godina keenyaatti hojjettanifi godina kenya ala jirtan. 2. Hordoftoota fi miseensota website mana hojii kenyaa maraaf… Kaayyoo fii galmi website kana akkuma kanaan dura jeennee abbotii alangaa qaamoolee seeraa fi barattotaa seeraa kamifuu hojii kenya iftominaan garsisaa hojjechuufii abbottin alangaa Godina kenya kessatti argaman fula marsariitii website kenyaa kana fayyadamun odeeffannoowwan dabalatee seerota labsiilee dambiilee fi qajeelfamoota bahaan maraa karaa salphaan argachaa hojii si’aayinaan akka hijjechuu danda’amuufi akkasumas itti fayyadama website kenya … Read more
  • (no title)
    Sirna ogeessotni seeraagamaogummaaAbbaaAlangummaattiittiindhufan,yeroo ogummichakeessajiranittiinhogganamaniifiogummichakeessaaittiinbahankaraa iftoominaqabuundiriirsuunbarbaachisaata’eewaanargameef; AbbootiinAlangaaNaannichaawabummaahojiiqabaatanii,mirgiisaaniikabajamee, dirqamaafinaamusaogummaaAbbaaAlangummaakabajaniihojiiisaaniibilisata’anii itti gaafatamummaan hojjachuun hawaasa haqaan akka tajaajilan gochuun barbaachisaata’eewaanargameef; DambiinittiinbulmaataAbbootiiAlangaahojiirrajiruAbbootiiAlangaaBiirooHaqaa OromiyaaqofahubannookeessagalcheekanbaheefiyerooammaaimmooManni HojiiAbbaaAlangaaWaliigalaaOromiyaahundaa’eehojiinAbbaaAlangummaaiddoo addaaddaattifaffaca’eetureiddootokkottiwaandeebi’eef,Dambiicaaseffamahaaraa kanahoogganuudanda’utumuunbarbaachisaata’eewaanargameef; AkkaataaLabsiiManaHojiiAbbaaAlangaaWaliigalaaOromiyaaLakkoofsa214/2011 keewwata27(1)tiinManniMareeBulchiinsaMootummaaNaannooOromiyaaDambii kanabaaseejira. KutaaTokko TumaaleeWaliigalaa 1.MataDureeGabaabaa Dambiinkun“DambiiBulchiinsaafiNaamusaAbbootiiAlangaaNaannooOromiyaa Lakkoofsa218/2013”jedhameewaamamuunidanda’a. 2.Hiika Akkaataanjechichaahiikabirookankennisiisuufyoota’emalee,Dambiikana keessatti: 1) “AbbaaAlangaaWaliigalaa”jechuunhoogganaaManaHojiiAbbaaAlangaa WaliigalaaOromiyaajechuudha
  • Dambii Bulchiinsaa fi Naamusa Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa Tumuuf Qophaa’e Lakkoofsa 218/2013
    Sirna ogeessotni seeraa gama ogummaa AbbaaAlangummaatti ittiin dhufan,yerooo gummicha keessa jiran ittiin hogganamaniifi ogummicha keessaa ittiin bahan karaa iftoominaqabuundiriirsuunbarbaachisaata’eewaanargameef; dirqamaafinaamusaogummaaAbbaaAlangummaakabajaniihojiiisaaniibilisata’anii itti gaafatamummaan hojjachuun hawaasa haqaan akka tajaajilan gochuun barbaachisaa ta’ee waan argameef; Akkasumas dambiin ittiin bulmaata Abbootii Alangaa hojiirra jiru Abbootii Alangaa Biiroo Haqaa Oromiyaa qofa hubannoo keessa galchee kan baheefi yeroo ammaa immoo Manni Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa hundaa’ee hojiin Abbaa Alangummaa iddoo addaa addaatti faffaca’ee ture iddoo tokkotti waan deebi’eef, Dambii caaseffama … Read more
  • Danbi nagenya trafikaa fi naamusaa
  • Labsi Mana Hoji AA waligalaa oromiyaa Hundessuf bahee lak214/2011 pdf
    Labsii Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa HundeessuufBahe Lak.214/2011
  • Labsilee Oromiyaa.
    labsi gibira gali lakk74/95
  • Labsii Lakk. 202/2009 Labsii Gibira Galii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin Fooyyessuuf Qophaa’e
    Labsii Lakk. 202/2009Labsii Gibira Galii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin Fooyyessuuf Qophaa’e Sadarkaa guddina dingdee biyyi keenya irra gahee fi guddina dinagdee Naannichaa wajjin walsimuu fi guddina dinagdee deeggaru sirna gibiraa hammayyaa’aa fi si’ataa ta’e diriirsuun waan barbaachiseef
  • federal Suprem Courrt Cassaton Decision 23 PDF
  • Maanuwwaalii Koree Ittisa fi To’annoo Godaansa Seeraan Alaa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa
    Seensa Dhimmoota rakkoo ta’anii yeroo ammaa kana akka biyya keenyatti maqaa gaarii hinqabaanne xureessaa jiru keessaa tokko godaansa seeraan alaa fi daldala namaa akka ta’e beekamaa dha.Gama biraatiin heera mootummaa naannoo oromiyaa fi heera mootummaa feedaraalaatiin godaansi seeraan alaa fi namaan daldaluun sarbama mirga namaa ta’uu isaa heericha keessatti tumameera. Akkasumas gochi kun yakka ta’uu isaa Labsii lakkoofsa 909/2007 keessatti namaan daladaluu, goodaansa seeraan alaan daangaa ceesiisuun yakka akka ta’e ofi danda’ee tumameera. Yakkoota kana … Read more
  • Yakka Bosonaa Fii qabeenya uumamaa irratti raawatamu hirdhisuuf MHAAGJ xiyyeeffannoon hojjetaa jira!
    Godinni Jimmaa Godinaalee qabeenya uumamaa fii bosonaan beekaman kessaa tokko ta’us, dhimmoota akka Godinichaatti komii uummataa ta’aa jiran keessaa mancaatiin bosonaa kan bu’uuraa ta’uu waan hubatameef Manni Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa rakkoo kana bu’uurarraa haala furuun itti danda’amu irratti karoorfachuun hojjetaa jira. Manni hojiI Abbaa Alangaa baadmintan darban rakkoo gama kanaan jiru furuuf hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu baldhinaan raawwataa kan ture ta’us namoonni yakkaan adabaman deebi’anii bosona kan mancaasan ta’u fii bu’aan hojii kanaa … Read more

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *