Home » Barruulee » Federal Supreme Court Cassation Decision V24 Pdf

Federal Supreme Court Cassation Decision V24 Pdf

1 / 11

Murtii Ijibbaata MM federaala Jildi 24ffaa pdf

የፌዴራል ጠቅላይ ፍርድቤት ሰበር ሰሚ ችሎት ውሳኔ ቅፅ 24 pdf
Ergaa Mana Hoji AA God jimmaa.
Akkuma Armaan Dura Ibsineettii galmii website mana hoji abbaa alangaa goodina Jimmaa keessaa innii hangaftii heeraafi seera biyyaafi naannoo kenyaa akkasumas murtowwan mana murti ijjibbaata federaalaafi murtoolee ijibaataa MMWOfi naannoolee biroo walittii qabun kuusaa tokkoo jalattii akka argaman taasisuufi haawasa keenyaafi barattootaafi qorattoota seeraatif akkasumas abbootii alangaa abbotii seeraa abuukaatootaafi qaamolee seeraa kamiifuu seeraafi heera, barrulee qo’annaa seeraafi murtoo mana murtii sadarkaa adda addaa haala salphaan akka argaman (easily accessible) akka ta’an gumaacha nurra eggamuu bahaachuuf akka ta’e ni hubatama. Akkuma beekkamu qaroominna adunyaan bira geettee walin tarkaanfachuun sirna haaqaa biyya kenyaafi naannoo kenyaa gahomsuuf websayitonnii akka kanaa haalaan barbaachisoo akka ta’e ni amanama. Sababni isaas biyyonni qaroomanis ta’ee biyyonnii sadarkaa guddinaa irraatti argaman sirna haaqaa isanaii qaroomsuuf jechaa websaayitoota akka kanaa kumaatamaan banuun sirna haqaa isaanii qorannaafi qo’annaadhaaf karaa saaqaa waan jiraanif jijjirama hangana hin jedhamnee sirna haqaas ta’e seeraa isaanii irrattii fiduu dandaa’anii jiruu. Kana immoo biyyota ardi Eshiyaa akka hindi fi biyyota ardi afrikaa akka kenya zanzibaar tazaniyaafi kkf akk fkkeanyaattii fudhachun ni dandaa’ama. Kana mirkanessuf immoo googlee gochuun gahaadha. Faallaa kanaan biyyi kenya Itiyoophiyaan akka wali galaattii Naannoon kenya Oromiyaan kessattuu dhima kana irrattii haala malee duubatti haafun keenya haaqa hadhaaha lafa jiruudhaa. Agarsiftuun kanaa immoo weebsayitonnii seera qofaaf hundaa’an akka biyyattuu lakkofsi isaani dijiti lamayyuu kan hin gunnee qofa osoo hintaanee seera heera murtolee MM fi barrulee qo’annaafi qorannaa seeraa kuusaa tokko jalatti walitti qabee websayitiin argamuu lama kan hincaallee ta’u isaafi akka oromiyaattii ammoo websaayitii akka kanaa argachuun waan dhibaatii. Maarree nutis akka garee komniekeeshini mana hojii abbaa alangaa godina Jimmaattii rakko kana furuf tarkaanfi tokko fudhachuun barbaachisoo ta’un isaa amannee websayiti kana banun lounch erga gonee jia tokko kan hin caallee ta’us heera Federaalaafii Motummaa naannoo oromiyaa dabalate heeadmina motummaa naannolee saglanii labsiwwan federaala bara 1987 irraa kaasee jiruu labsilee danbifi qajelfamota MNO  akkasumas murtoo ijibataa MMWO fi murtii ijjibaata federaalaa dabaltaee barrulee  qo’anaafi hubannoo seeraa maxxansaa jiraachuun kenyaa ragaan isini. Haaluma kanaan labsii federaalaa pdf 500 ol labsii MNO pdf 100 ol murtoo ijibataa federaala jildi 23 dabalatee barrulee walin dokumenti 1000 ol maxxansinee jiraa. Har’a ammo murti ijibaata fedraaelaa jildi 24ffaa pdfn isinin genyee jirraa bufachuun irraa duubbisaa. 

Nagaa wajjin

Garee komnikeeshinii Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaaየጅማ ዞን አቃቤህግ ፅቤት መልእክት።

እንደሚታወቀው የጅማ ዞን አቃቤህግ ፅፈት ቤት ይህንን ዌብሳይት ከከፈተበት አላማና ግብ አንዱና ዋናው የሀገራችን ህጎች የፍርድቤት ውሳኔዎችና የተለያዩ ለማህበረሰቡ የህግ ግንዛቤ የሚሰጡ ጥናታዊ ፅሁፎችን በማህበራዊ ሚዲያና በድህረገፆች በቀላሉ እንዲገኙ (easily accessible) በማድረግ የሀገራችንን የፍትህ ስርአት አንድ እርምጃ ወደፊት ለማራመድ በማሰብ መሆኑ እሙን ነው። በዚህም መሰረት ከዚህ ቀደም በተከታታይ የፌደራል ሰበር ውሳኔዎች፣ የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍ8ቤት ሰበር ውሳኔዎችና የጅማ ዞን ፍርድቤት ውሳኔዎችን ስናጋራ እንደነበር ይታወሳል። በዚሁ መሰረት ዛሬም በፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ከተሰጡ የሰበር ውሳኔዎች ቅፅ 24ን በpdf አጋርተናልና በማውረድ ያንብቡት የህግ እውቀቶንም ያዳብሩ እንላለን።

የጅማ ዞን አቃቤ ህግ ፅቤት።

 

Waajjira MHAA

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *