Home » Barruulee » Dambii Gurmaa’insa Waldaa Ijaarsa Mana Jireenyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Bahe Dambii Lakk.181/2008

Dambii Gurmaa’insa Waldaa Ijaarsa Mana Jireenyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Bahe Dambii Lakk.181/2008

⚖️Yaada MHAAGJ⚖️

Akkuma bekkamuu kayyoofi galmi website mana hoji abbaa alangaa godina jimmaa ittiin bu’ureffamee keessaa innii hangafaa heeraafi seera biyya kenyaa qajelfamotaaofi danbiwwan MNOn bahaan hawasa kenyaaf karaa salphaa ta’en akka argaman ( easly accessible) gochuufii hawaasa kenyas hawasa hubannoo seeraa gahaa ta’e qabaatuu taasisuuf karorfatee ta’un isaa ni hubatama. Haluma kanaan danbin waldaa mana jirenyaa kunii hawaasa kenyaaf bayyee barbaachisaa waan ta’ef isinin genyerraa. 

⚖️Garee Komnikeeshinii MHAAGJ⚖️

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *