Home » Pdf

Pdf

Legal documents

Ergaa Baga Ayyaana Qilleetif Gessan Hoggansa WAAGJ irraa

Itti Gaafatamaan waajhira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kab. Obboo Sisay Eddessaa Abbootii Alangaa fi Hojjetoota Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa sadarkaa Aanaa, fi Godinaa jirtan maraaf akkasumas Hordoftoota Amantaa kiristaanaa taatan hundi keessan baga ayyaana Qillee kan bara 2014 tiin isin gahee jechaa Ayyaanni kun kan nagaa, kan milkii fi guddinaa akka isiniif ta’u hawwii … Read more

Sagantaa tasmsaaa fm WAAGJ

“Sagantaa Hubannoo seeraa Dhimma Falmii cheekii waliin walqabateee kutaa 1ffaaFM MHAAG Jimmaa AttorneyGovernmentQophii Har’aatin Hubannoo seeraa isin argattan maalii? qophii kana dhageffattanii gaafa xumurtan Ü Himannaa sirna gabaabaadhaan dhiyaatu irratti ragaa ittisaa dhiyeessun kan danda’amu bu’ura keewwata 286 tin mana murtiitin yoo eeyyamamee ta’u isaa ni hubattan hubattan. Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf adeemsi jiru maal … Read more

Chaartarii Lammi WAAGJ foyya’e Qopha’e pdf.

Yaada Waligalaa Chaartarii lammiilee bu’uura Heera Mootumma kan qabu ta’ee, meeshaa jijjiiramaa lammii waliin walitti dhufeenya qabnu cimsuu fi sirna iftoominaa fi itti gaafatamummaa ittiin diriirsinuu fi cimsinu dha. Ummatni tajajila mana hojii keenya irraa  argachuu qabu bifa argachuu qabuun yoo argachuu baate sirna komii itti dhiyeefatudha . Chaartariin lammiilee yemmuu qophaa’u sadarkaa kenna tajaajilaa … Read more

Odessaa.

Waajjiirri Abbaa Alangaa Godina Jimmaa har’a gaafa guyyaa 30/1/2014 marii waligalaa qophii karoora kurmaana 2ffaa maal akka fakkaatuu mari’atee. waajjirrii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa har’a gaafa guyyaa 30/1/2013 marii taasiiseen haanqinaafi ciminna karora kurmaana lamaffaa akka ademsaalee afranittii, akka garee fokaalpersanittii qophaa’aa jiruu maal akka fakkaatuufii sadarkaa maalii irraa akka jiruu adda baafachuufii kallattii gama … Read more