Home » hubannoo seeraa

hubannoo seeraa

Murtii Barsiisaa

  Murtii Barsiisaa Himatamtoonni maqaa isaanii 1ffaa  Fiqaaduu Jamaal Moggaa  umuriin_Waggaa 23, Hojiin_dhuunfaa  Teessoon_Godina Jimmaa M/Aggaaroo Ganda B/Waarituu 2ffaa Abdii Daaffis A/Jiruu umuriin_Waggaa 26 Hojiin_dhuunfaa Teessoon, Godina Jimmaa M/Aggaaroo Ganda T/Koyee 3ffaa Naziif Abdallaa Yaasin  umuriin_Waggaa 27 Hojiin_dhuunfaa Guyyaa Teessoon, Godina Jimmaa M/Aggaaroo Ganda T/Koyee ta’an, ta’e jedhanii nama yakkaan himatame fayyaduuf yaaduudhaan gaafa guyyaa … Read more

Web Kenya ilaalchise

Beeksiisa.Akkam jirtuu abbootii alangaa kenya.Waajjirrii abbaa alangaa godina jimmaa hojimaata kenya hammayyeessuufi teknolojiidhaan deggaruu kessattii hojii bal’aa hojeetaa kan jiruu yommuu ta’u bu’uruma kanaan waajjiraaleen aanaa websaayitii ofiseelaww banaa jiran keessa guyyota lamaan keessati websaatitin waajjira abbaa alangaa aanaa goommaa gutumaattii linkii https://waaag.mhaagj.org ykn https://waaagoma.org jedhuun kan hojittii seenuu yommuu ta’u isaanittii ansuudhaan ammoo bu’uruma … Read more