Kuunii sagalee tamsaasa fm Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kan tora interneetii irrattii tamsaafamuudhaa. Tamsaasa fm MHAAGJ kallaattidhaan hordoofuuf linkii www.mhaagj.org jedhuu fayyadamuu ykn Google jalattii FM Mana Hojii AA Godina Jimmaa jechuun search yoo goochun nu dhagefafchu. Fm kenya dhageffachuun baasii tokkoo malee boohartidhan bekkumsa seeraa kessan gabbifachuu dandeessuu.
ይህ የጅማ ዞን አቃቤ ህግ ፅህፈት ቤት የFM ድምፅ ነው። ስርጭታችንን ለማዳመጥ የፅፈት ቤቱን ኦፊሴላዊ ድህረገፅ www.mhaagj.org በመጠቀም አልያም በጎግል FM Mana Hoji AA Godina Jimmaa ብለው በመፈለግ ያገኙናል። ስርጭታችንን በማድመጦ እየተዝናኑ የህግ አውቀቶትን ያዳብራሉ።
This is Jimmaa zone attorney office official FM which is transmitted through internet. This transmission is about the concept of habeus corpus in Ethiopia.
https://lnns.co/-u2Ozqg1dH7