Beeksiisa.
Akkam jirtuu abbootii alangaa kenya.
Waajjirrii abbaa alangaa godina jimmaa hojimaata kenya hammayyeessuufi teknolojiidhaan deggaruu kessattii hojii bal’aa hojeetaa kan jiruu yommuu ta’u bu’uruma kanaan waajjiraaleen aanaa websaayitii ofiseelaww banaa jiran keessa guyyota lamaan keessati websaatitin waajjira abbaa alangaa aanaa goommaa gutumaattii linkii https://waaag.mhaagj.org ykn https://waaagoma.org jedhuun kan hojittii seenuu yommuu ta’u isaanittii ansuudhaan ammoo bu’uruma hoggansi waajjira abbaa alangaa aanaa sarboofii aanaa gumay guyyoota kudhaafur hin caallee keessatti kan banamuuf ta’u isin beeksifna. Gama kanaan kakka’umsa hoggansa aanaalee kan akka abbaa alanhaa Obboo Obsa abbaa alangaa obboo
Abdusalam Muhamed abbaa alangaa obboo Ibrahim abbaa alangaa obboo Habibo abbaa alangaa obboo Mulugeetaa Magarsaaf (Mulee) kabaja qabnu ibsuu barbaannaa. haaluma kanaan Aanooleen biroos tattaaffii fi kakka’umsa hoggantoota kana irraa fakkeenyumma fudhachun walin taanee tajaajila abbaa alangummaa godina keenya akka nannoottis ta’e akka biyyattii fakkeenya ta’u fi sirna haaqaa kenyaas teknolojii walin tarkaanfachisna jenna.
horaa bulaa
garee komniikeeshini waajjira abbaa alangaa godina jimmaa