Sirna ogeessotni seeraagamaogummaaAbbaaAlangummaattiittiindhufan,yeroo
ogummichakeessajiranittiinhogganamaniifiogummichakeessaaittiinbahankaraa
iftoominaqabuundiriirsuunbarbaachisaata’eewaanargameef;
AbbootiinAlangaaNaannichaawabummaahojiiqabaatanii,mirgiisaaniikabajamee,
dirqamaafinaamusaogummaaAbbaaAlangummaakabajaniihojiiisaaniibilisata’anii
itti gaafatamummaan hojjachuun hawaasa haqaan akka tajaajilan gochuun
barbaachisaata’eewaanargameef;
DambiinittiinbulmaataAbbootiiAlangaahojiirrajiruAbbootiiAlangaaBiirooHaqaa
OromiyaaqofahubannookeessagalcheekanbaheefiyerooammaaimmooManni
HojiiAbbaaAlangaaWaliigalaaOromiyaahundaa’eehojiinAbbaaAlangummaaiddoo
addaaddaattifaffaca’eetureiddootokkottiwaandeebi’eef,Dambiicaaseffamahaaraa
kanahoogganuudanda’utumuunbarbaachisaata’eewaanargameef;
AkkaataaLabsiiManaHojiiAbbaaAlangaaWaliigalaaOromiyaaLakkoofsa214/2011
keewwata27(1)tiinManniMareeBulchiinsaMootummaaNaannooOromiyaaDambii
kanabaaseejira.
KutaaTokko
TumaaleeWaliigalaa
1.MataDureeGabaabaa
Dambiinkun“DambiiBulchiinsaafiNaamusaAbbootiiAlangaaNaannooOromiyaa
Lakkoofsa218/2013”jedhameewaamamuunidanda’a.
2.Hiika
Akkaataanjechichaahiikabirookankennisiisuufyoota’emalee,Dambiikana
keessatti:
1) “AbbaaAlangaaWaliigalaa”jechuunhoogganaaManaHojiiAbbaaAlangaa
WaliigalaaOromiyaajechuudha